Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tajaajila TikTok Ameerikaa Keessaa Ilaalchisee Murtiin Manni-maree Biyyattii Dabarse Mormii Kaasee Jira


Tajaajila TikTok Ameerikaa Keessaa Ilaalchisee Murtiin Manni-maree Biyyattii Dabarse Mormii Kaasee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:06 0:00

Dhaabbanni miidiyaa hawaasaa namoottan miiliyoonii 100 fi miiliyoonii 70 ol yeroo amma itti fayyadamaa jiranii fi kan dhaabbataa Baaytedans jedhamu lammii Chaayinaatiin hogganamu inni TikTok jedhamee beekamu akka abbummaa lammii Chaayinaa jalaa bahu, ta’uu baannaan immoo Yunaayitid Isteetis keessatti akka faayidaa hin kennine murtoon uguraa akka irratti darbu Manni Maree Bakka-bu’ootaa Yunaayitid Isteetis Roobii kaleessaa seera tumee jira.

Dhimma kana irratti gabaasaan Kaatiriin Gibsen VOA dhaaf qopheesitii, murtichi faallaa mirga yaada ofii bilisaan ibsachuu akka ta’etti qeeqnii waan irratti dhihaachaa jiruuf mana maree murtii seeraa yokaan senetiidhaan fudhatama dhabu danda’a jedhamaa jira.

Forum

XS
SM
MD
LG