Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Maallaqa Tokkoyyuu Otuu Hin Qabaatiin Hojii Uummatanii Ittiin Guddachuun Ni Danda’ama’


‘Maallaqa Tokkoyyuu Otuu Hin Qabaatiin Hojii Uummatanii Ittiin Guddachuun Ni Danda’ama’
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:59 0:00

Yuunivarsiitii Finfinnee irraa Injiinarummaa Keemikaalatiin digrii jalqabaan eega eebbifamaanii booda, ofii hojii uummachuudhaan yeroo ammaa daldala meeshaalee elektirooniksiitti kanneen bobba’anii jiran, dargaggoo Caalaa Kaffaalee fi Yohaannis Kabbabee, waggaa sadi’ii dura akkuma Yunivarsitiirraa eebbifamitti hojii xixiqqoo hojjechuun akka imala gara guddinaatti isaan geese eegal duanbbatu.

Yeroo ammaa dhaabbata daldalaa “Qubee Elektirooniksi” jedhamu hundeeffatanii akka hojjetaa jiranii fi haalli itti jiran gara guddina sadarka itti aanuutti akka isaan geessaa jiru dubbatu.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG