Xurree ittiin seenan

Breaking News

Raashiyaan Garee Waraanaa ‘Waagnar’ Jedhamu Maqaa Jijjiirtee Afrikaatti Bobbaasaa Jirti Jedhame


Raashiyaan Garee Waraanaa ‘Waagnar’ Jedhamu Maqaa Jijjiirtee Afrikaatti Bobbaasaa Jirti Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:03 0:00

Raashiyaan garee waraana ishee Waagnar jedhamu, amma humna biyyoota alaa keessatti ergama ishee raawwaachiisu kan to’annoo qaama basaasa waraanaa Moskoo jala jiru jettee moggaaftee jirti. Humni kunis, sirnoonni abbaa irree Afrikaa keessaa akka aangoo irra turan deggersa kenna. Odeeffannoo Dhaabbata Biriteen kan ” Royal United Services Institute” jedhamutu baase. Kana ilaalchisee Henrii Riijweel gabaasa qopheesse Jaallanneetu dhiyeessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG