Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qooxii: Kitaaba Haarawa Ogummaa Qof-dubbiirratti Yeroo Duraaf Afaan Oromiitiin Maxxansame

Qooxii: Kitaaba Haarawa Ogummaa Qof-dubbiirratti Yeroo Duraaf Afaan Oromiitiin Maxxansame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:42 0:00

Barsiisaa fi ogeessi fiilmii fi tiyaatira Haftee Baqqalaa kitaaba saayinsii qof-dubbii fi kuusaa qof-dubbii "Qooxii" jedhamu maxxansiisuun, leejii toora artii kanaaf gumaachee jira. Kitaabni kun hanqina kitaaba tumsaa ka barattoota "taatummaa " ykn "Aktingii" kan hanga tokko furuu fi madda odeeffannoo dabalataa ta'uun kan gargaaru dha, jedha barreessichi.

Namoonni kitaaba kana gulaalanii fi dubbisanis gama afaan Oromootiin hanqna kitaaba saayinsii qof-dubbii fi kuusaa qoof-dubbii fooyyessuu irratti qooda gaarii gumaacha, jedhu. Tsahaay Daamxoo, barreessicha Haftee Baqqalaa fi ogeeyyii kaan dubbisuun qophii qindeessite qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG