Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mul’ata Mucayyoo Tokkoo Maatiilee 100 Ol Hojii Gargaarsaaf Hiriirse


Mul’ata Mucayyoo Tokkoo Maatiilee 100 Ol Hojii Gargaarsaaf Hiriirse
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:01 0:00

Mucayyoon as Amerikaatti dhalatee yemmuu waggaa 10 guutte maatii wajjin baadiyyaa Ityoophiyaa daawwachuuf deemtee, waan achitti argiiteen quuqamtee, rakkina argitee furuudhaaf muldhataa qabatee deebiite tokko, akkuma mul’ata ishee dhuguumsuu eegaltetti dhukkuba cimaan qabamtee umurii ishee waggaa 15tti lubbuu dhabde. Garuu, muldhanii ishee lubbuu horatee yeroo ammaa lafa irrattii mullachaa jira. Dhimma kan irraati maatii ishee muldhata ishee dhugoomsuu irra jirani fi maatiiwwan muldhataa ishee irraa bu’aa argachaa jiranu wajjin marii taasisuun Befiqaaduu Morodaa qophii qindeesse qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG