Xurree ittiin seenan

Breaking News

Raashaa keessatti lakkoofsii dubartoota sababa Siyaasaatiin hidhamanii dabalaa deemaa jira

Raashaa keessatti lakkoofsii dubartoota sababa Siyaasaatiin hidhamanii dabalaa deemaa jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:25 0:00

Mormiituu siyaasaa ta’u irratti hundaa’e hidhaan gaggeeffamu, keessumaa dubartootaaf rakkisaadha jetti Naadiyaa Tolokonnikova tah-lah-KOHN-yik-koh-vah).Naadiyaan dhaabbata Pussy Riot jedhamu kan Raashaa keessatti hojii aartii dubartootaan hojjatamu qindeessu kan bu’uursitee yoo taatuu, ji’oota 16 mana hidhaa Raashiyaa keessatti dabarsite. Diyaaspooraan Raashiyaa magaalaa Loos Anjeelees keessa jiran dubartoota sababa siyaasaatiin biyya isaanii keessatti hidhamaniif xalayaa deeggarsa barreessuuf walitti qabamaniiru. Kana ilaalchisee Stiiv Baaraagonaa gabaasa Loos Anjalas irraa qopheesse Jaallannee Gammadaa tu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG