Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kitaaba Barnootaa Naannoon Amaaraa Hojii Irra Oolche Manni Maree Naannoo Tigraay ni Morme 

Kitaaba Barnootaa Naannoon Amaaraa Hojii Irra Oolche Manni Maree Naannoo Tigraay ni Morme 
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:40 0:00

Bulchiinsi mootummaa naannoo Amaaraa bakkaawwan seeraan bulchiinsaa naannoo Tigraay jala jiran, akka kan naannoo isaa ta’an gochuu dhaan kitaabaa barnootaa keessa galchee barattoota barsiisaa akka jiru ibsuu dhaan Manni maree ykn kaabineen naannoo Tigraay mormee jira.

Gochichi adeemsa walgaltee nageenyaatiin faallaa akka ta’e kan eere kaabineen naannoo Tigraay dhimma kana hordofee rakkina umanuu danda’uuf kan itti gaafatamu mootummaa naannoo Amaaraa akka ta’e ibsuu isaa Mulugeetaa Atsbihaa Maqalee irraa gabaasee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG