Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Wixata Hidhattootaan Dodolatti Taasifame Jedhameen Namootni 11 Ajjeefaman


Haleellaa Wixata Hidhattootaan Dodolatti Taasifame Jedhameen Namootni 11 Ajjeefaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:32 0:00

Wixata darbe galgala haleellaa hidhattoonni magaalaa Dodolaatti banan jedhameen lubbuun namoota 11 darbee kaanis madaawuu bulchiinsi magaalichaa beeksisee jira. Obbo Amaan Daabee Itti Gaafatamaan Waajjira Koomunikeeshinii Dololaa, heleellaan kun Wixata halkan Dodolaa kutaa magaalaa dannabaa Naannoo Gebre Kiristoos jedhamutti gaggeeffamuu himanii, kanaanis namootni mana isaanii keessa turan jedhan 11 lubbuun isaanii darbeera jedhan.

Paartiin Siyaasaa ‘Innaat Paartii’n ammoo ibsa dhimma kana ilaalchisee baaseen ammas mootummaan lubbuu lammileef eegumsa akka taasisu gaafatee jira. Galmoo Daawit dabalata isaa qindeesseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG