Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sambata Darbe As Naannoo Washington DCtti Sagantaan Ifxaaraa Geggeessame

Sambata Darbe As Naannoo Washington DCtti Sagantaan Ifxaaraa Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:16 0:00

Waggoota 39 dura Wasingtenii fi naannoo ishee kanneen jiraatan musliimonni lammiiwwan Itiyoopiyaaa deggeruuf akkasumas ayyaana waggaa waliin ta’uun kabajuu irratti kan hundaa’e dhaabbati First Hijira jedhamu sambata darbe jechuun Bitootessa 23 bara 2024 qophii walakkeessa soommana Ramadaanaa qopheessee jira.

Qophiin kun tajaajila amantiitti dabaluu DC fi naannoo ishee kanneen jiraatan lammiiwwan Itiyoophiyaa fi Eertraa baatilee darban xiqqoo keessa doolaara miliyoona $1.8 walitti qabuu dhaan lafa guddaa Masjiidaa fi mana barnootaaf oolu bituutti aansii hawaasicha galateeffachuuf qophee ta’e dha jechuu dhaan daayirikterri dhaabbatichaa Jamaal Yaasin Ibsaniiru. Eden Gerremuu bakka sanatti argamuun gabaasa qindeessite Mitikkuu Fiqaaduutu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG