Ministeerrii haajaa alaa Yunaaytid Isteetis Antonii Bliinken torban dhufu gara Faransaayii fi Beeljiyeem imaluun, michoota Amerikaatti dhiyoo ta’an gidduutti tokkummaa cimsuuf karoorfataniiru.Kunis lola Raashiyaan Yukreen irratti gaggeessaa jirtuuf Yukreeniin deggeruuf akkasumas waraana Israa’el hidhattoota Hamas irratti gaggeessitu deggeeruuf ta’uun ibsamee jira. Xiinxaltoonni akka jedhanitti Bliinken hojiin cimaatu isaan mudate.Gabaastuu gameettii waa’ee dhimma Diploomaasii Siindii Seeyin gabaasa ergiite Jaallannee tu dubbisa.
Forum