Xurree ittiin seenan

Breaking News

Artistii badhaasa tattoo garage moo’e

Artistii badhaasa tattoo garage moo’e
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:36 0:00

Solaan Adimaasu dargaggeessa Artii Oromoo keessatti taatummaadhaan ga'umsa agarsiisuun badhaasa garaa garaa argateedha. Artisti kun fiilmii Afaan Oromoo, diraamaa dhedheeraa kan TV Afaan Oromootin fi beeksisa adda addaa hojii idilee isaatin alatti hojjachuudhaan Artii Oromoo keessatti gumaacha taasisaa jira. Artisti Solaan Adimaasu badhaasa tatoo cima waltajjii gara gara irratti injiffachuunis namoota damee artiin beekamti horaatan keessa tokko dha . Tsahaay Daamxoo Finfinnee irraa qindeessiteetti

Forum

XS
SM
MD
LG