Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kutaa Teeksaas  El Pasoo Keessatti Waaltaa Godaantonni Keessatti Simataman Qophaa’aa Jira

Kutaa Teeksaas  El Pasoo Keessatti Waaltaa Godaantonni Keessatti Simataman Qophaa’aa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:03 0:00

Godaantonni Amerikaa seenan, wiirtuuwwan yeroof keessa turanii dhimma isaanii saffisaan akka xumuuratan gargaaruuf jecha, waajirri Gumuruukaa fi Eegumsi Daangaa Yunaaytid Isteetis El-paasoo, Teeksaas keessatti, qopheessee jira. Seesar Kontarrees jedhamu bakka godaantootaaf bara dabree qopheeffame keessaa tokko daawwachuun gabaasa erge Jaallannee tu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG