Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaaddoon Uummata Ameerikaa Filannoof Sagalee Kennu Yakki Hammaachuu Ta’uun Ibsame


Yaaddoon Uummata Ameerikaa Filannoof Sagalee Kennu Yakki Hammaachuu Ta’uun Ibsame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:19 0:00

Filannoo Prezidaantummaa bara kana Yunaayitid Isteets keessatti taasifamuuf deemuu irratti dhimoottan sammuu filatootaa keessa jiran keesaa dhimmi yakkaa biyyaatii maratti raawwachaa jiru waan ijoo ta’eedha. Partiiwwan isaanii bakka bu’uudhaan kan duulaa Filannoo irra jiran Joo Bayideni fi Doonaald Traamp waa’ee yakkaa karaa adda addaatiin tutuqaa jiraachuu isaanii ibsa gabaasin Skaat Istern VOA dhaf qopheesse. Kunooti.

Forum

XS
SM
MD
LG