Fillannoo Prezidaantii Yunaayitid Isteetis bara kanaa irratti godaansi seeraan alaa kanneen sagalee kennan hedduu biratti dhimma ol aanaa dha. Odu gabaasaan VOA Scott Stearns kaadhimamtoonni lamaan Joe Baayden fi Donald Tramp maal gochuu akka qaban irratti adda addummaa gidduu isaanii jiru xiinxaluu dhaan gabaaseera. Tujubetu dhiyeessa.
Dhimmi Godaansa Seeraan Alaa Filannoo Prezidaantii Yinaayitid Isteetis Irratti Dhimma Ijoo Ta’ee Jira
- VOA
Forum