Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amerikaa kaabaa keessatti wixata dhufuu guyyaan dukkanaa’u mala


Amerikaa kaabaa keessatti wixata dhufuu guyyaan dukkanaa’u mala
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:35 0:00

Wixata dhufu Ebila 8 bara 2024 biyyoottan Kaaba Amerikaa Meeksikoo, Kaanaadaa fi Yunaayitid Isteets keessatti sa’aatii muraasaaf guyyaan ni dukanaa’a jedhamee eegama. Taatee umamaa waggoottan dheeraa keessatti mulatu kana daawwachuudhaaf namoonni miliyoonatti lakkawaman bakka jiini guutummaatti lafaa fi aduu gidduu seentutti ni imalu jedhamee jira.

Dhimma kan irratti hayyuu Saayinsii hawaa NASA keessa hojjatan Dr. Xilaayee Taadese Houston, TX irraa haasofsiifnee jirra. Wantii “ Solar Eclipse” jedhamu kun maanni? Deebii Dr. Xilaayeen kennan irraa eegalla.

Forum

XS
SM
MD
LG