Filannnoo marsaa lammataa prezidaant Joo Baayideniif gareen duula filannoo hojjetu gaaffii fi deebii VOA waliin geggeesseen , rikoordii haaraa galii walitti qabuu taatee tokko qofa irratti qofa Dilbata darbe duula filannoo Doonaald Tiraampiin galmeessame xiqqeessee jira. Xiinxaltoonni garuu maallaqni qofti kaadhimamaa lamaanuu gara Waayit Haawusitti akka deebi’an hin mirkaneessu jedhu. Gabaasa Veroonikaa Balderaas Iglesiyaas Befeqaaduu Morodaatu dhiyeessa.
Forum