Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fichee Cambalalaa, Ayyaanni Aadaa Saba Sidaamaa Dilbata Dabre Kabajame

Fichee Cambalalaa, Ayyaanni Aadaa Saba Sidaamaa Dilbata Dabre Kabajame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:52 0:00

Guyyaan simannaa bara haaraa saba Sidaamaa inni Fichee Cambalaalaa jedhamee beekamu inni baraa kanaa torban dabre magaalaa hawaasaa keessatti kabajamee oleera. Sirna kana irratti argamuudhaan Yoonaatan Zebdiyoos gabaasaa Hawaasaa irraa Sagalee Ameerikaaf erge Bafiqaqaduu tu Afaan Oromoon qindeesse.

Forum

XS
SM
MD
LG