Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muuziyeemiin Lammiwwan Ameerikaa Hidda Dhalata Arabaa Waa’ee Hawaasichaa Maal Calaqqisa?


Muuziyeemiin Lammiwwan Ameerikaa Hidda Dhalata Arabaa Waa’ee Hawaasichaa Maal Calaqqisa?
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:04 0:00

Baatiin Eblaa Ameerikaa keessatti ji'a hambaa lammiwwan Amerikaa hidda dhala Arabaa qaban itti yaadatamuu dha. Ji'i kun ilaalcha dogoggoraa yeroo baay’ee hawaasa kana mudatu akkaataa itti faccisuu qaban kan calaqqisudha. Dhaabbanni sana gochuuf gargaaru tokko Muuziyeemii Biyyoolessaa kan lammiwwan Amerikaa hidda dhalata Arabaa isa Michigaan magaalaa Diirborn keessatti argamu yoo ta’u, dhiheenya kana oduu gabaastuun Sagalee Ameerikaa Dooraa Meekowaar daawwattee kan gabaastee qabdi. Jaallannee tu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG