Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fedhii Fakkii Kaasuu Ijoollummaatti Eegalee Gara Ogummaa Madda Galii Jireenyaatti Guddate

Fedhii Fakkii Kaasuu Ijoollummaatti Eegalee Gara Ogummaa Madda Galii Jireenyaatti Guddate
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:00 0:00

Fedhii Fakkii Kaasuu Ijoollummaatti Eegalee Gara Ogummaa Madda Galii Jireenyaatti Guddate

Dargaggoo Fakii kaasu Nagaa Abboomaa fedhii ogummaa kanaa ijoollummaa isaatti akka horatee fi barnoota sadarkaa 2ffaa yeroo baratu barnootaan cinaatti akka shaakalaa ture dubbata. Nagaan bakka har'a jiru irra ga'uuf aarsaa hedduu baaseen jira, jechuun bu'aa ba'ii dabarse sagalee Ameerikaaf ibse.Tsahaay Daamxootu hasoofsiise.

Forum

XS
SM
MD
LG