Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Joo Baayiden Seera Wal Hormaataa Dhimma Ijoo Duulaa Filannoo Isaanii Taasisanii Jiru


Prezidaant Joo Baayiden Seera Wal Hormaataa Dhimma Ijoo Duulaa Filannoo Isaanii Taasisanii Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:54 0:00

Duulaa na filadhaa irraa kan jiran Prezidaant Joo Baayiden dhimmaa seeraa wal-hormaataa wiirtuu duulaa filannoo isaanii taasisanii jiru. Kutaalee ulfa of irraa baasuu yakka taasisanii seeraa baasaniif karaa saaqaniiru jechuudhaan morkataa isaanii Doonaald Tiraampiin hinmatanii jiru Baayiden. Bayideen gama isaaniitiin waa’ee Ulfa baasuu irraati bakkaa dhaabbannaa gaarii barbaachaa akka jiran ibsameera. Gabaasnii Isakaat Stern VOA Befekadu Morodatu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG