Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kongiresiin Federaalawa Oromoo Miseensa Koree Giddugaleessaa Dabalatee Miseensonni Isaa Hedduun Hidhamuu Himate


Kongiresiin Federaalawa Oromoo Miseensa Koree Giddugaleessaa Dabalatee Miseensonni Isaa Hedduun Hidhamuu Himate
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:03 0:00

Paartiin Mormituu Koongirasii Federaalistii Oromoo KFO) miseensa koree giddu galeessaa dabalatee miseensonni isaa lakkoofsan hedduu ta'an baatii Guraandhalaa bara 2016 irraa eegalee ji'oota sadi keessatti hidhamuu fi kaan immoo eessa buuteen isaanii dhabamuu eeruun tibbana ibsa baasee jira.Dubbii himan KFO Obbo Sulxaan Qaasim sagalee Ameerikaaf akka himanitti miseensonni koree gidduu galeessaa, hooggansi godinaa fi aanaa akkasumas miseensonni paartichaa sadarkaa garaa garaa irra jiran hidhamanii mana murtiitti hin dhiyaatin jiru, jechuun himan.

Dhimma seeran ala miseensonni koree giddu galeessaa fi hooggansi godinaa fi aanaa dabalatee miseensonni Paartichaa naannoo Oromiyaa bakkeewwan garaa garaatti hidhamanii jiru jechuun ibse irratti komishiniin poolisii Oromiyaa fi Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenya Oromiyaarraa deebii argachuuf yaaliin taasisne har'aaf hin milkoofne.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG