Xurree ittiin seenan

Breaking News

Imaammanni Haqa Ce’umsaa Itiyoophiyaa Keessatti Hojii Irra Ooluu Danda’aa?


Imaammanni Haqa Ce’umsaa Itiyoophiyaa Keessatti Hojii Irra Ooluu Danda’aa?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:22 0:00

Manni Maree ministiroota Itiyoophiyaa Eebial 17 bara 2024 yaa’ii isaa idilee 30ffaa gaggeesseen Imaammata haqa cee’umsaa Raggaasiseera. Imaammata Haqa cee’umsaa kanaanis Itiyoophiyaa keessatti yeroo fi bakkoota garaa garaatti dhiittaa mirga namoomaa, waldhabdee, seeneffamoota waldhabdeen akka uumamu taasisaa turan furuun miidhamtootaaf haqa baasuun itti gaafatamummaan akka dhufu kan taasiisudha. Itiyoophiyaa ammayyuu wal dhabdeewwan keessa jirtu keessatti Imaammata Haqa cee’umsaa hojiirra oolchuun ni danda’amaa? Kan jedhu irratti Mitikkuu Fiqaaduu Ogeessota lama dubbisuun qophii dirree dirree dimokiraasiif kan qopheesse ca

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG