Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sadarkaan Malaammaltummaa Zaambiyaa Keessaa Fooyyaa’ina Agarsiise

Sadarkaan Malaammaltummaa Zaambiyaa Keessaa Fooyyaa’ina Agarsiise
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:00 0:00

Sadarkaan malaammaltummaa Zaambiyaa keessaa waggoottan kurnan keessatti yeroo jalqabaaf fooyya’insa argamsiisuu gareen “Transparency International” damee Zaambiyaa beeksisee jira. Angawoonni biyyattii akka jedhanitti malaammaltummaatti duuluuf akkasumas ol’aantummaa seeraa fi haqaa cimsuuf cichi isaan qaban tu bu’aa kana argamsiise. Gabaasaa Kaatii Shoort Lusaka irraa ergite Tujube Horaatu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG