Xurree ittiin seenan

Breaking News

Malaammaltummaa Gaanaa Keessatti Geggeessamu Keessaa Dhibbeenta 20 Ka Tahu Baajeta Biyyattiirratti Geggeessama, Jedhame  

Malaammaltummaa Gaanaa Keessatti Geggeessamu Keessaa Dhibbeenta 20 Ka Tahu Baajeta Biyyattiirratti Geggeessama, Jedhame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:18 0:00

Biyyoonni Afrikaa irra caalaan malaammaltummaa dhabamsisuu irratti danqamuu ykn dadhabuu isaanii, gabaasa Transparency international bara 2023 baasee agarsiisee jira.Gaanaa dabalatee biyyoota Afrikaa hedduu keessatti Malaammaltummaan ammallee dhugaa lafa jiru ta’ee argama. Akka Komishiniin Mirgoota Namoomaa fi Haqaa Bulchiinsaa biyyattii (CHRAJ) jedhutti, malaammaltummaan baajata biyyaatti keessaa gara dhibbeentaa 20 qabatee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG