Xurree ittiin seenan

Breaking News

Shamarree Leenjii Tekuwaandoo Kennuurraa Haga Manneen Barnootaa Miihagsa Bakkawwanii Hundeessuutti Milkoofte

Shamarree Leenjii Tekuwaandoo Kennuurraa Haga Manneen Barnootaa Miihagsa Bakkawwanii Hundeessuutti Milkoofte
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:04 0:00

Shamarree Boontuu Dagafaa ijoollummaa ishee qabee ispoortii adda adda a keessatti hirmaataa guddatte. Kan dubartoonni hagas keessatti hin hirmaanne tekwandoo barachuudhaan digirii jalqabaa argattee barsiistuu ta’uun sadarkaa adda addaatti leenjii kennaa turter. Booda immoo barnoota “Business Managemengt” barachuudhaan hojii miidhagsuu yokaa “decoration” banattee, namoota 12 ol mindessuun hojjetaa jirti. Mana barumsaa ogummaa kanaas Finfinnee keessatti bakka lamatti bantee marsaa lammataaf barattoota akka eebbisiiste dubbati.

Forum

XS
SM
MD
LG