Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Somaaliyaa Gumiin Mootummoota Gamtoomanii Biyyattii Keessa Ture Akka Hojii Dhaabee Achii Ba’u Gaafate


FAAYILII - Waraanni Biyyoolessaa Somaalee qondaaltota Ergama Gargaarsa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Somaaliyaatti yeroo simatu, Waxabajjii 3, 2013.
FAAYILII - Waraanni Biyyoolessaa Somaalee qondaaltota Ergama Gargaarsa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Somaaliyaatti yeroo simatu, Waxabajjii 3, 2013.

Gumiin ergama Siyaasaa dhaabata mootumoota gamtoomanii Somaaliyaa keesaa waggoottaniif ture akka hojii isaa dhaabu mootummaan somaliyaa gaafateera.Gumiini miseensotaa 360 ta’an Somaaliyaa keessa qabuufi waa’ee ijaarsaa nageenyaa, fi demokraasii irratti mootummaa Somaaliyaa gorsaa ture akka biyyatii gadi lakkisee bahu gan gaafatae xalayaan ministeera dhimma alaa mootummaan Somaliiya mana maree nageenyaa dhaabata mootumoota gamtoomniifi dhihaachuu isaa hojjaatoota dhaabatichaa keesaa namoonii maqaan isaanii akka dhahamuu inbarbaanne 3 dubbachuu isaanii madda Oduu Rooyiters kan gabaase.

Xalayaan Caamsaa 5 mootummaa Somaliyaa irraa barreeffame kun umna naga eegdotaa somaliiyaa keesaa jiruuf loltootaa kum 10 ta’an kan of keessaa qabu akka hin ilaalanne kan ibsee gabaasinii Rooyiters kun dhimmichaa irraati akka yaada kennaan kan gaafataman haanga’oonni mootummaa Somaliiyaa akka deebii hin kennine Naayiroobii irraa gabaaseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG