Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoo Akka Kitaabonni Afaan Oromoo Dubbisamanii Sagaleen Dhaggeeffataman Hojjetaa Jiru


Dargaggoo Akka Kitaabonni Afaan Oromoo Dubbisamanii Sagaleen Dhaggeeffataman Hojjetaa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:20 0:00

Dargaggoo Yoonaaaan Haambisaa umurii isaa waggaa sagaliitti gara biyya Noorwey deeme. Yeroo ammaa dargaggoo waggaa 25 ti. Bara 2022 proojeektii “Oromo Book” jedhamu kan hundeesse Yonaataan, kitaaboota afaan Oromoon barreeffaman, sagaleen akka dubbifamani namoonni dhaggeeffatan taasisaa jira. Waa’ee projeektii kanaa Jaallanee Gammdaa dubbistee jirti. Akkas jedha.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG