Filannoo Pireezidaantii Yuunaayitid Isteetis dhufaa jiru irratti dargaggoonni filattoota ta’an Joo Bayideenii fi Donaaldiin Tiraampiin alatti nama filatan osoo qabaatanii hawwii isaanii ti. Kaadimamaan umriin jara lamaan irraa fooyya’aa ta’e otuu filannoof dhihaatee akka hawwii qaban dubbatu. Garuu dargaggoonni filattootaa, Baayidenii fi Traamp keessaa tokko deggaran maal jedhui? Gabaasa Iskaat Isternis Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.
Dargaggonni Yunaayitid Isteetis Filattoota Tahan Waa’ee Dorgomtoota Filannoo Prezidaantii Biyyattii Maal Jedhu?
- VOA
Forum