Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hojiin Ijaarsaa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa Jedhamuu Jalqabame


Hojiin Ijaarsaa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa Jedhamuu Jalqabame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:59 0:00

Qaama Tarsiimoo Ijaarsaa Bu’uraalee Misoomaa Chaayinaa Beelt end Rood Inisheetiitiiv kan taye Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa harra hojiin ijaarsa isaa jalqabee jira. Zooniin Diinagdee Shawaa bahaa Aanaa Lumee magaalaa Mojoo fi Adaamaa jidduutti argamu kun harra yoo hojii jalqabu Dura Taa’aan Ijaarsa Daandii Baa’uraa Chaayinaa, Deeyi Heegon, Pirojektiin kun qaama Tarsiimoo Ijaarsa Bu’uraalee misoomaa Chaayina kan tahe, eger kan fakkeenyummaa guddaa ta’u jedhanii jiran. Muummeen Ministiraa Abiy Ahmedis Itiyoophiyaan Godina Diinagdee adda misoomsuuf akka toluuf imaammata diinagdeellee fooyyessuu himaniiru. Ogeessi Diinagdee dhimma kana irratti VOA’f yaada kennan, Bu’urawwan misoomaa ijaartu gaarii ta’us, hojichi liqaani waan tayeef sirnaan hoogganamuu baannaan biyyaaf balaa ta’uu mala jedhu.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG