Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommii Dayaamond Liigii Dohaatti Geggeessamee fi Dorgommii raayimer Liigii Tibbana Geggeessame


Dorgommii Dayaamond Liigii Dohaatti Geggeessamee fi Dorgommii raayimer Liigii Tibbana Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:23 0:00

Dorgommiin Dayaamond Liig marsaa 3ffaa Jimmaata darbe biyya Qaataar, magaalaa Doohaattii geggeessame atileetooni Itiyoophiyaa dhiiraa fi dubaraan injifataniiru. Keessuma Figicha meetira 1500 dubartootaan atileet Firiwooyni Hayiluu fi meetira 3000 guffachisaa dhiraan Atileet Saamu’eel Fireew injjiffatan xiyyeeffanaa arggateeraa. Gama biraatiin Taphni primeerligii Inglizii xumuramuf torbeen tokko kan hafee yoo ta’uu hanga ammattii eenyu waancaa liigichaa akka fudhatuu tilmaama hin argganee, Arsenalis ta’ee Manchister siittin morkkatoota isaanii injjiffachuu danda’anii jiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG