Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mubaarek Sultaan: Waloo, Qopheessaa Ol’aanaa fi Miseensa Hundeessitoota Dhabbata Bokkuu Art

Mubaarek Sultaan: Waloo, Qopheessaa Ol’aanaa fi Miseensa Hundeessitoota Dhabbata Bokkuu Art
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:36 0:00

Dhaabbanni Bokkuu Aarti Aadaa fi ogbarruu Oromoo guddisuudhaaf dargaggoota fedhii qabaniin Finfinnee keessatti kan hundeeffamedha. Dhabbatichi sirboota aadaa fi ammayyaa, walalloowwan, haasaawwan hayyootaa, shubbisoota aadaa Oromoo do’iif dhiyyeessa. Mubaareek Sulxaan hundeesisoota Bokkuu Art keessaa tokkoo fi qindeessaa taatewwani ti. Maaliif akka Bokkuu Art hundeeffame? Hanga ammaati qormaata akkamii keessa darbe? Fulduratti karoora akkamii qaba? Waan jedhu irratti Bafiqaaduu Morodaa wajjin haasa’ee jira. Ofii isaatii walaleessaa kan ta’e Mubaarek Sulxaan, walaloota isaa keessaas qophii Labataaf dubbiseera.

Forum

XS
SM
MD
LG