Pirezidant Joo Baayiden fi mormituun isaanii filannoo pirezidaantummaa bara 2024 irratti isaan dorgomanm Rippabilikaantichi Doonaald Tiraamp, walfalmii marsaa lama irratti hirmaachuuf dursanii waliigalaniiru. Seerri qophaa’ees falmiin isaanii hanga danda’ametti qaroomina akka qabaatu gochutti kan fuuleffate. Falmiin kun filattota gama goran hin murteeffanne yaada jijjirsiisuu fi dhiisuun isaa, keessumaa yeroo isaan qaban ilaalcha keessa galchuun kan ilaalamu ta'a. Gabaasa Veeroonikaa Baalderaas Iglesias ergiite Jaallanneetu dhieessa.
Prezidaant Baayidenii fi Mormituun Doonaald Traamp Wal-falmii Filannoo Prezidaantummaa Marsaa Lamaatti Hirmaachu Dursanii Waliigalan
- VOA
Forum