Xurree ittiin seenan

Breaking News

Deetaan Ministara Nagaaa Duraanii Taayyee Danda’aa Himata Sadan Abbaan Alangaa Irratti Dhiyeesseen “Yakka Miti” Jedhanii Falman

Deetaan Ministara Nagaaa Duraanii Taayyee Danda’aa Himata Sadan Abbaan Alangaa Irratti Dhiyeesseen “Yakka Miti” Jedhanii Falman
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:01 0:00

Deetaan Ministeera nagaaa duraanii Obbo Taayyee Danda’aa harra mana murtii dhiyaataniiru. Obbo Yehuwaalasheet Taammiruu, Abukaatoon Obbo Taayyee, dhaddacha har’aa irratti ol iyyannaan himata obbo Taayyee irratti dhiyaate jedhan akka fooyya’uuf gaaffiin Abbaa Murtiif dhiyaate fudhatama hin arganne. Obbo Taayyeen himata sadan Abbaan Alangaa irratti dhiyeessen, ‘yakka miti’ jechuun waakkii dhiheesaniiru.Galmoo Daawit dabalata qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG