Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Keeniyaa Yunaayitid Isteetisiin Daawwataa Jiran

Prezidaantiin Keeniyaa Yunaayitid Isteetisiin Daawwataa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:31 0:00

Waayit Haawus eega bara 2008 tii as, yeroo duraatiif hoggana Afrikaa simachuuf jira. Prezidaantiin Keeniyaa William Ruutoo as Waashington Diisiitti afeerraa irbaataa ka mootummaa ka taasisamuuf jiru yoo tahu fi waliigaltee hanga tokkorra llee akka waliin ga’uu malan beeksisee jira. Keessattuu Keeniyaan garee nagaa eegsisu gara Heeyitiitti bobbaasuuf yaada dhiheessite hordofuun deggersii Naayiroobiin Waashington irraa argattes mariif dhihaachuuf jira. Gabaasaa Aniitaa Paawool Tujubee tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG