Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhalattoonni Itiyoophiyaa Yunaayitid Isteetis Keessa Jiraatan Siyaasa Itiyoophiyaa Keessaa Mormuu Yokaan Deggeruuf Hangam Mirga Qabu?

Dhalattoonni Itiyoophiyaa Yunaayitid Isteetis Keessa Jiraatan Siyaasa Itiyoophiyaa Keessaa Mormuu Yokaan Deggeruuf Hangam Mirga Qabu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:44 0:00

Torban darbe Itiyoophiyaatti Ambaasaddarri Yuunaayitid Isteetisi fi Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa marii waliin gaggeessan keesatti Komishiniin Poolisii Federaalaa Itiyoophiya namoota dhuunfaa Ameerikaa jiraatan kan jeequmsa Itiyoophiyaa keessatti hirmaatu jedheen dabarfamanii akka kennamaniif gaafateera. Dubbii himaan Imbaasichaas deebii Sagalee Ameerikaaf kennai irratti dhimmichi Seera Ameerikaa waliin wal-bira qabamee akka ilaalamu himan. Dhimma kana irratti kan xiyyeeffate Ogeessota Seeraa lama kan as Yuunaayitid Isteetis keessa jiran dubbisuun Mitikkuu Fiqaaduu waan qopheesse qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG