Tibba kana prezidaant Baayiden president Biden mi’ioota China kan akka konkolaattoota Elektrikaa, omisha sibiilaa fi aluumiiniyeemii akkasumas meeshaalee humna eletrikii dabarsan kanneen “Semiconductor” jedhaman irratti dilaala guddaa dabalanii jiru. Baayiden tarkaanii dilaala dabaluu kana fudhacbhuun isaanii imaammata prezidaantiin isaan duraa, Doonaald Tiraamp Chaayinaa irratti qaban eega keessa deebi’anii ilaalanii booda, jedhame. Waayit Haawus irraa Paatsii Widaakuswaaraa gabaasaa Waayit Haawus irraa ergite Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Dorgomtoonni Filannoo Yunaayitid Isteetis Bara Kanaa Dhimma Chaayinaa Akkamitti Qabanii JIru?
- VOA
Forum