Xurree ittiin seenan

Breaking News

Afrikaa Kibbaa Keessatti Talaaliin Dhukkuba Sombaa Ittisuuf Abadachiisaadha, Jedhame Yaaliif Kennamaa Jira

Afrikaa Kibbaa Keessatti Talaaliin Dhukkuba Sombaa Ittisuuf Abadachiisaadha, Jedhame Yaaliif Kennamaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:49 0:00

Afrikaa Kibbaa keessatti qabsoo dhukkuba sombaa irratti gaggeeffamaa jiruuf talaaliin murteessaa ta’e yaaliif kennamaa jira.Gama kaaniin, Addunyaa irratti namoonni dhiiga Arjooman 100 keessaa harka tokko qofa ta’u jaarmaayaan Fayyaa Addunyaa beeksisee jira. Mata duree lamaan irratti gabaasaalee ergaman Jaallannee tu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG