Gadamoojjiiwwan Waraanaa Yuunaayitid Isteetisi bulchiinsa Baayiden jalatti faayidaa tajajila eegumsa fayyaa doolara biiliyoona 5.7 ol argataniiru. Pireezidaantiin duraanii Doonaald Tiraampi garuu yeroon ani Waayit Haawusii keessa turetti Gadamoojjiiwwan waraanaa waan fooyya’aa argataa turan jedhan jechuun falmu. Gabaastuun Sagalee Ameerikaa Veeroonikaa Balderaas Igiliisiyaas namoonni Gadamoojjiiwwan Waraanaa kun Pireezidaantii aanu irraa maal barbaadu jechuun waan qindeessite Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa
Bayidenii fi Dorgomaan Isaanii Traamp Waa’ee Bu’aa Gafamoojjiwwan Waraanaa Yunaayitid Isteetis Ilaalchisee Yaada Wal-morkii Dubbataa Jiran
- VOA
Forum