Xurree ittiin seenan

Breaking News

Aanaa Kiiramuutti Namoonni Gara Kuma 52 Hookkaraan Buqqa’anii Turan Qehee Ofitti Deebi’uu Waajirri Buusaa Gonofaa Godinichaa Beeksise  

Aanaa Kiiramuutti Namoonni Gara Kuma 52 Hookkaraan Buqqa’anii Turan Qehee Ofitti Deebi’uu Waajirri Buusaa Gonofaa Godinichaa Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:46 0:00

Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Kiiramuutti waggoota darbaniif sababoota Rakkoo nageenyaatiin namoonni Kuma 52 kanneen qe’ee isaaniirraa buqqa’anii turan gara qe’ee isaaniitti deebi’uu Godinichatti waajjirri Buusaa Gonofaa beeksiiseera. Namoonni gara qe’ee isaaniitti deebifamaniiranimmoo gama isaaniin gargaarsi ga’aan nuuf hin taasifamne jechuun komatu. Tsahaay Daamxoo dabalata qabdi.

Forum

XS
SM
MD
LG