Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atleetonni Itiyoopiyaa Dorgommi Martoonii Kanadaa fi Ameerikaatti Geggeessame Irratti Injifannoo Gonfatan


Atleetonni Itiyoopiyaa Dorgommi Martoonii Kanadaa fi Ameerikaatti Geggeessame Irratti Injifannoo Gonfatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:24 0:00

Atleetonni Itiyoopiyaa Dorgommi Martoonii Kanadaa fi Ameerikaatti Geggeessame Irratti Injifannoo Gonfatan

Dorgommii maaraatoonii Otaawaa irratti atileetooni Itoophiyaa Leenchoo Tesfaayee fi Maareguwaa Haylom dhiiraa fi dubaraa kan mo’atan yoo ta’u, Atileet Diribee Woltejii fi Tsige Gebrselama immoo dorgommii meetira 1,500 fi meetira kuma 5 Daayimandii Liigii Yuujiin irratti oolaantumaa dhaan xumuraniru.

Gama biraattin Tapha xumuraa waancaa FA Ingiliziitiin Maanchistar Yunaayitid Maanchistar Siitii 2 fi 1n injifachuun, shaampiyoona FA CUP baranaa ta’eeraa.

Eebbissaa Naggassaatu gabaase.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG