Abbaan alangaa Mana Murtii Yakkaa kan sadarkaa-addunyaa himannaa yakka waraanaatiin hoggantoota Israa’elii fi Hamaas lamaaniif ajaja hidhaa barbaadaa akka jiru beeksisuun isaa gama lachuu irraa dheekkamsa hordoofsisee jira. Gam lameenuu waraana Gaazaa keessatti ija wal qixxeen ilaalamuu isaanii, akka isaan aarsee dubbatu. Gabaasa Riikii Roosen Teelaaviv irraa ergamee Jaallannee tu dubbisa
Abbaan-alangaa Mana Murtii Idil-Addunyaa Hoogganoota Isiraa’elii fi Hamaas Himachuun Gam-leenuu Aarsee Jira
- VOA
Forum