Dizaayineroonni faashinii lammiiwwan Ameerikaa ganamaa torban faashinii kan lammiiwwan kanaa kabajuuf kutaa Ameerikaa Kibba Dhiyaatti wal ga’anii jiran. Gustaavo Martines Santa Fe, Newuu Meksiikoo irraa gabaasaa erge Tujubee tu dhiheessa.
Dizaayineroonni faashinii lammiiwwan Ameerikaa Ganamaa Torban Faashinii Ayyaaneffachuuf Walga’an
- VOA
Forum