Filannoo Afiriikaa Kibbaa Keessatti taasifamuuf Lakkoofsi filattoota galmaa’anii dabaluu isaa hordofee dargaggoonni bakka bu’ummaa gadi aanaa qaban murtee siyaasa keessa seenuu fudhataniiru. Irfaan Mangeraa rogeessi beekamaan kutaa Guwaatengi keessatti teessoo seera tumtootaaf dorgomaa jira. Yeroo dhiyoo asittis Kufaatii siyaasaa akka dhaloota dulloomaniitti ilaaluun yeroo isaa harka caalu filattoota mana murtiif duula filannoo taasisuun dabarsa. Gabaasa Issaa Haffejee Johaanisbargirraa erge Mitikkuu Fiqaaduu dhieessa.
Afrikaa Kibbaa Keessatti Dargaggonni Yoomiyyuu Caalaa Siyaasatti Hirmaachuun Filannoo Keessaa Qooda Fudhataa Jiran
- VOA
Forum