Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministriin Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis Aangawonni Yugaandaa Hedduun Malaammaltummaa fi Dhiittaalee Mirga Namoomaatti Hirmaachuu Beeksise


Ministerri Dhimma Alaa US qondaaltota Yugaandaa ammaa fi duraanii hedduu malaammaltummaa guddaa ykn sarbama mirga namoomaa hamaa keessatti hirmaachuu isaanii mirkaneesu isaa beeksisee jira.

Kaneen keessaa Afaan yaa’ii Paarlamaa mooyummaa Ugaandaa Anitaa Amoong sababa malaanmaltummaa keessatti hirmaachuutiin, ministeeraa Karamoojaa ykn dhimma biyya keesaa duraanii Meerii Goreetti Kituutuu, deetaa ministeeraa ministira kaaramoojaa duraanii Aginis Nandutuu akkasumas ministeeraa maallaqaa Amoos Lugoloobii akka ta’an ibsameera. Itti anaa ajajaa waraana ugaandaa duraanii kan turan Piter Elweeluu yakka mirga namoomaa irraatti raawateen maqaan isaanii tareeffamee jira.

Akkuma kanaan warren maqaan isaanii dhahame kun Yunaayitid Isteets keessa akka hinseene irrati murtaa’uu isaa ministeerii dhimma alaa US ibseeraq.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG