Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biyyoonni Addunyaa Weerara Dhukkubootaa Gara Fuula Duraatti Mudachuuf Jiran Dura Dhaabachuuf Akka Waliigalan  Gaafatame

Biyyoonni Addunyaa Weerara Dhukkubootaa Gara Fuula Duraatti Mudachuuf Jiran Dura Dhaabachuuf Akka Waliigalan  Gaafatame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:05 0:00

Dhukkuubi Koleeraa Afrikaa keessumaa Afrikaa Bahaa fi Kibbaa keessatti midhaa cimaa geesisuu isaa akkasumas, biyyonni Addunyaa irra jiran to’annaa weerara dhukkubootaa gara fuula duraatti mudachuuf jiran dura dhaabachuuf, waliigaltee gargaaruu hatattamaan akka raggaasiisan gaafatamuu isaa ilaallata. Dhimma kan irratti Gabaasa qophaa’e Jaallannee Gammadaatu tu dhiyeessa

Forum

XS
SM
MD
LG