Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Baayidenii fi Mormituun Isaanii Traamp Filannoo Dhufuuf Deggarsa Filattoota Lammiwwan Gurraachaa Hawachuuf Duula Gaggeessaa Jiru


Prezidaant Baayidenii Fi Mormituun Isaanii Traamp Filannoo Dhufuuf Deggarsa Filattoota Lammiwwan Gurraachaa Hawachuuf Duula Gaggeessaa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:33 0:00

Dorgomtoonni pirezidaantummaa Yunaaytid Isteetis Joo Baayiden fi Doonaald Tiraamp gam agama isaaniin deggarsa filattota lammiwwan gurraachaa hawachuuf duula gaggeessaa jiru. Oduu gabaasaan sagalee Ameerikaa Iskaat Isternis duula na filadhaa pirezidaantummaa kun, akkamitti lammiwwan Amerikaa kanneen hidda dhalata Afriikaa qaban irratti akka qiyyaafatee ilaalchisee kana gabaasee qaba. Jallannee tu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG