Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tiraamp Dhaddacha yakka Ilaalchaa Niiw Yoork Irratti Himannaa Hundaan Yakkamaa Ta’uun Ibsame


Tiraamp Dhaddacha yakka Ilaalchaa Niiw Yoork Irratti Himannaa Hundaan Yakkamaa Ta’uun Ibsame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:30 0:00

Kaadhimamaa Pireezidaantii paartii warra Rippaabulikaanii kan ta’an Doonaald Tiraamp bu’aa filannoo bara 2016 irratti dhiibbaa uumuuf kaffaltii maallaqaa taatoowwan beebbekamoof kaffalamu dhoksuuf galmeewwan maallaqaa waliin dhahuudhaan balleessaa akka qaban itti murtaa’e.Himannaa 34 dhihaatan hundaanuu murtoon balleesaa irratti kennameera jedhe mannii maree murtii ummataa ykn Juuriin magaala Niyoork keessatti guyyoottan Lamaaf dhimmaa Prezidaantii Amerikaa duraanii Doonalld Traamp Irraati walga’ee maryachaa ture.

Forum

XS
SM
MD
LG