Biyyii MEeksikoo erga walaba taatee wagga 200 keessatti yeroo jalqabaaf pireezidaantii dubartii fi seenaa biyyattii keessattis kan hidda dhaloota Yihuudootaa qabdu filatte. Hooggantuu haaraa kana biyya michuu Meeksikoo ol aantuu taate Yuunaayitid Isteetisi irraa qormaatonni gurguddoon wal dura duubaan ishee mudachuu malu jedhu ogeeyyiinn jechuun Siliyaa Mendozaa Meeksikoo irraa gabaasteetti.
Forum