Xurree ittiin seenan

Breaking News

Faalamni galaanaa fi Akka Malee Qurxumii Qabuun Yaaddoo Haayyota Eeumsa Uumama Naannoo Ta’ee Jira


Faalamni galaanaa fi Akka Malee Qurxumii Qabuun Yaaddoo Haayyota Eeumsa Uumama Naannoo Ta’ee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:18:52 0:00

Waxabajjiin 5 guyyaa naannoo adduunyaa ta’ee wagga waggaadhaan yaadatama. Dhaadannoon bara kana “Haaromsa lafa, gammoojjii fi gogiinsa dandamachuu” kan jedhuudha. Haa ta’u malee faalamni galaanati fi garmalee qurxumii qabuun yaaddoo haayyota waa’ee egumsa naannoo ta’ee jira. dhimma haala qurxumii fi waa’ee seeraa adduunyaa qabeenya galaana keessaa ilaalchisee hayyuu Sayinsii eegumsa naannoo Dr. Ahimad Galchuu biyyaa Kaanadaa irraa haasofsiifnee jira. Dr. Ahimad keesumaa haala omisha qurxummii irratti yeroo dheeraadhaaf ka qoo’annoo taasisan yoo tahe ammallee itti jiru. Marii har’aa kanatti anee jiru kan eegalu waa’ee fayidaa dachee fi galaana ykn bishaanii ibsuudhaani. Haala omisha qurxummii ykn qurxummii qabuu irratti jiru, akkasumas seeraaawan adduunyaa dhimma qabiyyee galaanaa irratti jiru irrattillee Befiqaaduu Morodaa waliin dubbatanii jiran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG