Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wallagga Lixaatti Yeroo Humnoota Mootummaa fi WBO Gidduutti Waraansi Itti Fufee Jirutti Namoonni Nagaan Ajjeesamuu Dubbatu, Jiraattonni


Wallagga Lixaatti Yeroo Humnoota Mootummaa fi WBO Gidduutti Waraansi Itti Fufee Jirutti Namoonni Nagaan Ajjeesamuu Dubbatu, Jiraattonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:17 0:00

Naannoo Oromiyaa, godinaa Wallaggaa Lixaa aanaa Qondaalaa fi Beeggii keessatti Walitti bu’insa humnoota nageenya mootummaa fi WBO gidduutti fufee jiruun lammiileen nagaa miidhamaa jiru jedhan jiraattonni. Jiraattonni aanaa Qondaalaa fi Beeggii akka bilbilaan Sagalee Ameerikaatti himanitti humnoonni nageenya mootummaa osoo waa’ee namaa hin qulqulleeffatiin namuma arganirratti tarkaanfii fudhatu jechuun ibsaniiru. Bulchaan aanaa qondaalaa obbo Daani’el Jiraa gama isaaniin humnoonni nageenya mootummaa lammiilee nagaa irratti tarkaanfii hin fudhanne jechuun deebisan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG